Dhaabbani Biyya Hooland Rakkina Bishaan Dhugaatii Naannoo Harariiti furuuf Qarshii Miliyoona 140 Ramade.

0
1946

Bishaan dhugaatii bulchinsa magaalaa Dirree Dhawaa toora Asalisoo ja’amuu magaala harar dhufee jiraachuusaa ni beekkama .
Haatahuu malee sababa bishaan kun soggiddaahu humnaa oliitiin tubbooleen cufamttee bishaan addaan ciccitaa ture hambisuudhaaf Abbaan Taayitaa Bishaanii naannichaa qaamoolee biroo waliin tahuun rakkinicha hambisudhaaf hojjachuurratti argama.
Rakkoo tana hambisuudhaaf dhaabbanni biyya Nezerland Viters Evidens international ja’amu pirojeektii boolla bishaanii Dirree Dhawaatti jaaramaa jiruuf deeggarsa qarshii Miliyoona 5.2 ol kan laate yoo tahu mootummaan naannichaatiis qarshii Miliyoona 2 fi kuma 200 baasii taasisuudhan ijaaramuurratti akka argamu Abbaa taayitaa bishaaniifi dhangalaa’otti itti gaafatamaan damee dirree dhawaa Obbo Bushraa Mahammad himan.
dhaabbanni biyya Hooland Viters Evidens international ja’amu lammiilee harka qalleeyyii naannichatti argaman 25f qarshii Miliyoona 140 ramaduun sarara daddabarsa bishaanii ijaaruufi ja’ame.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY